ፊልጵስዩስ 4:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እስን ዬሮ ሁንደ ጎፍታት ገመዳ። አመስ አን እረ ዴብኤ ነንጄዸ፣ ገመዳ! Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa*! Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Isin yeroo hunda Gooftaatti gammadaa. Ammas ani irra deebiʼee nan jedha, gammadaa! Onani mutuwo |