ፊልጵስዩስ 4:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ክርስቶስ ዬሱሲን ቁልቁሎተ ሁንደት ነጋ ናፍ ህማ። ኦቦሎትን ነ ወጅን ጅረንስ ነጋ እስኒ ዻሙ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Warra Waaqayyoof qulqullaa'an adduma addaan, Kristos Yesusitti nagaa anaaf gaafadhaa! Obboloonni anaa wajjin jiran nagaa isiniif dhaamu. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Kiristoos Yesuusiin qulqulloota hundatti nagaa naa himaa. Obboloonni na wajjin jiranis nagaa isinii dhaamu. Onani mutuwo |