ፊልጵስዩስ 4:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዋቅንኮስ አኩመ በዻዹማሳ ኡልፍነ ቀቤሰ ሰናት ዋን እስን በርባችሱ ሁንደ ክርስቶስ ዬሱሲን እስኒፍ ጉተ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Waaqayyo koos akka badhaadhummaa isaa isa dinqisiisaatti karaa Kristos Yesus waanuma isin barbaachisu isiniif guutuuf jira*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Waaqni koos akkuma badhaadhummaa isaa ulfina qabeessa sanaatti waan isin barbaachisu hunda Kiristoos Yesuusiin isiniif guuta. Onani mutuwo |