ፊልጵስዩስ 4:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኩንስ አከ ቡኣን እስኒፍ ባይአቱ በርባዴን መሌ አን ኬናኬሰን በርባዴ ምት። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Bu'aan isaa inni isiniif lakkaa'amu haa baay'atuuf malee, ani gargaarsicha argachuuf barbaadee miti. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Kunis akka buʼaan isiniif baayʼatu barbaadeen malee ani kennaa keessan barbaadee miti. Onani mutuwo |