ፊልጵስዩስ 4:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዬሮ አን ተሰሎኒቄ ቱሬትሌ ዮሙ አን ረከዼት እስን ዬሮ ቶኮ ኦል ገርጋርሰ ናፍ ኤርግተኒቱቲ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Tasaloniiqeetti iyyuu gargaarsa deddeebiftanii anaaf ergitaniittu*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Yeroo ani Tasaloniiqee turetti illee yommuu ani rakkadhetti isin yeroo tokkoo ol gargaarsa naaf ergitaniituutii. Onani mutuwo |