ፊልጵስዩስ 4:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሃተኡ መሌ ረክነኮ ኬሰት ህርማቹንኬሰን ዋን ጋሪ ጎቹኬሰን ቱሬ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Haa ta'u iyyuu malee, rakkina koo hirmaachuu keessaniif gaarii gootan. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Haa taʼuu malee rakkina koo keessatti hirmaachuun keessan waan gaarii gochuu keessan ture. Onani mutuwo |