Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




ፊልጵስዩስ 3:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ተኡስ አን መታንኮ አመነቹ አከናቲፍ ሰበቢ ቀበ። ነምን ብራ ከምዩ ፎን አመነቹፍ ዋን ሰበቢ ቀቡ ዮ ኦፍ ሴኤ፣ አንሞ እሰ ጫላ ቀበ፦

Onani mutuwo Koperani

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Haa ta'u iyyuu malee, ani ofii kootii isa kan foonii iyyuu amanachuudhaaf sababii qabaachuu nan danda'an ture; namni biraa isa kan foonii kana amanachuudhaaf sababii qaba yoo of se'e, ani immoo isa caalaa iyyuu sababii qaba*.

Onani mutuwo Koperani

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 taʼus ani mataan koo amanachuu akkanaatiif sababii qaba. Namni biraa kam iyyuu foon amanachuuf waan sababii qabu yoo of seʼe, ani immoo isa caalaa qaba:

Onani mutuwo Koperani




ፊልጵስዩስ 3:4

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa