ፊልጵስዩስ 3:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ተኡስ ዋኑመ ከናን ዱረ እረ ጌኜ ሰናን ሃጅራትኑ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Amma immoo kottaa isa bira geenye duwwaatti qabamnee in deddeebina*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Taʼus waanuma kanaan dura irra geenye sanaan haa jiraannu. Onani mutuwo |