Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




ፊልጵስዩስ 3:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 በዻሰ ዋቅን ክርስቶስ ዬሱሲን ኦል ሰሚት እት ነ ዋሜ ሰነ አርገቹፍ ገረ ካዮ ሰናት ነንፊገ።

Onani mutuwo Koperani

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Akeeka sana bira ga'ee gonfoo warra mo'anii argachuudhaaf nan kaadha; gonfoon warra mo'anii kunis waamicha isa Waaqayyo karaa Kristos Yesus itti ol nu waamee dha*.

Onani mutuwo Koperani

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 badhaasa Waaqni Kiristoos Yesuusiin ol samiitti itti na waame sana argachuuf gara kaayyoo sanaatti nan fiiga.

Onani mutuwo Koperani




ፊልጵስዩስ 3:14

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa