ፊልጵስዩስ 3:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አን ክርስቶሲፊ ሁምነ ዱኣ ከኡሳ ቤኩ፣ ዽጵነሳ ኬሰት ህርማቹፊ ዱአሳቲንስ እሰ ፈካቹ ነንበርባደ፤ Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaafis isa duwwaa beekuu, humna du'aa ka'uu isaas miyeeffachuu, dhiphina isaa irraa, du'a isaa irraas hirmaachuu nan barbaada*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ani Kiristoosii fi humna duʼaa kaʼuu isaa beekuu, dhiphina isaa keessatti hirmaachuu fi duʼa isaatiinis isa fakkaachuu nan barbaada; Onani mutuwo |