ፊልጵስዩስ 2:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እን ኡቱመ ብፈ ዋቃቲን ጅሩ፣ ወል ቅጡማ ዋቀ ወጅን ቀቡ አከ ዋን እራ ፉዸተሜት ህንለኮፍኔ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu, ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin wal isa qixxeessu wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu, wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; Onani mutuwo |