ፊልጵስዩስ 2:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 እን ሁንደኬሰን ያዳቲ፤ እስን አከ እን ዹኩብሰቴ ቱሬ ዋን ዸጌሰኒፍስ ዽጰቻ ጅረ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni hunduma keessan yaadaa, waan isin dhukkubsachuu isaa dhageessaniifis garaan isaa dhiphachaa ture. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Inni hunda keessan yaadaatii; isin akka inni dhukkubsatee ture waan dhageessaniifis dhiphachaa jira. Onani mutuwo |