ፊልጵስዩስ 2:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ አረብን ሁንድኑስ ኡልፍነ ዋቀ አባቲፍ ጄዼ ዬሱስ ክርስቶስ ጎፍታ ተኡሳ ዹጋ በኡፍ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Arrabni hundinuus, ulfina Waaqayyoo abbaatiif, Yesus Kristos gooftaa akka ta'e beeksisuuf jiru*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akka arrabni hundinuus ulfina Waaqa Abbaatiif jedhee Yesuus Kiristoos Gooftaa taʼuu isaa dhugaa baʼuuf. Onani mutuwo |