ፊልጵስዩስ 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አከ አን ጃለለ ክርስቶስ ዬሱሲን ሀመም ሁንደኬሰን ያዱ ዋቀዮ ዹገ ባቱኮት። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Jaalala isa garaa Kristos Yesus keessaa argamuun akkan isin yaadu Waaqayyo in beeka*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Akka ani jaalala Kiristoos Yesuusiin hammam hunda keessan yaadu Waaqayyo dhuga baatu koo ti. Onani mutuwo |