ፊልጵስዩስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ጉያ ጀልቀባቲ ሀመ አማት ወንጌለ ለለቡ ኬሰት ህርማተኒርቱቲ፤ Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kadhata koo keessattis guyyaa duraatii jalqabdanii hamma har'aatti hojii wangeelaa keessaa waan qabaattaniif, Waaqayyoon nan galateeffadha*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 isin guyyaa jalqabaatii hamma ammaatti wangeela lallabuu keessatti hirmaattaniirtuutii; Onani mutuwo |