ፊልጵስዩስ 1:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 እስኒፍ ገሩ ፎኒን ቱሩንኮ ጫላ በርባችሳዸ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Haa ta'u iyyuu malee, biyya lafaa kana irra turee jiraachuun koo isiniif caalaa barbaachisaa dha. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 isiniif garuu fooniin turuun koo caalaa barbaachisaa dha. Onani mutuwo |