ፊልጵስዩስ 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አከ ወን ነረ ገኤ ኩን ከራ ከዸትናኬሰኒቲፊ ከራ ገርጋርሰ ሀፉረ ዬሱስ ክርስቶሲን ገረ ፉረማት ናፍ ጌደረሙ ነንቤካቲ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Kun kadhata keessaniin gargaarsa hafuura Yesus Kristosiinis gara hiikamuutti akka na geessu nan beeka*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 akka wanni narra gaʼe kun karaa kadhannaa keessaniitii fi karaa gargaarsa Hafuura Yesuus Kiristoosiin gara furamaatti naa geeddaramu nan beekaatii. Onani mutuwo |