ፊልጵስዩስ 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናንስ ክርስቶሲፍ ጄዼ ህዸሙንኮ ጉቱማ መሰራቲፊ ነሞተ ካን ሁንደ ብረት ቤከሜረ። Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ani Kristosiif jedhee hidhamuun koo warra mana mootummaa warra Roomaa keessaa hundumaa, namoota warra kaan hundumaa birattis beekameera*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaanis Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo guutummaa masaraatii fi namoota kaan hunda biratti beekameera. Onani mutuwo |