ፊልጵስዩስ 4:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Warri Waaqayyoof qulqullaa'an hundinuu, addumaan immoo warri mana mootii warra Roomaa keessa jiran nagaa isiniif dhaamu*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Qulqulloonni hundinuu, keessumattuu warri mana Qeesaarii jiraatan nagaa isinii dhaamu. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ቁልቁሎትን ሁንድኑ፣ ኬሱመቱ ወር መነ ቄሳር ጅራተን ነጋ እስኒ ዻሙ። Onani mutuwo |