Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




ፊልጵስዩስ 4:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Warra Waaqayyoof qulqullaa'an adduma addaan, Kristos Yesusitti nagaa anaaf gaafadhaa! Obboloonni anaa wajjin jiran nagaa isiniif dhaamu.

Onani mutuwo Koperani

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Kiristoos Yesuusiin qulqulloota hundatti nagaa naa himaa. Obboloonni na wajjin jiranis nagaa isinii dhaamu.

Onani mutuwo Koperani

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ክርስቶስ ዬሱሲን ቁልቁሎተ ሁንደት ነጋ ናፍ ህማ። ኦቦሎትን ነ ወጅን ጅረንስ ነጋ እስኒ ዻሙ።

Onani mutuwo Koperani




ፊልጵስዩስ 4:21

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa