ፊልጵስዩስ 4:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Obboleetonni keenya Ewodiyaa fi Sinxiikeen maqaa gooftaatiin yaada tokkotti akka waliif galaniif lachuu isaanii nan gorsa*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Ani akka isaan Gooftaadhaan yaada tokko qabaataniif Ewoodiyaanin nan kadhadha; Sinxiikeenis nan kadhadha. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አን አከ እሳን ጎፍታዻን ያደ ቶኮ ቀባተኒፍ ኤዎድያንን ነንከዸዸ፤ ስንጤኪኒንስ ነንከዸዸ። Onani mutuwo |