ፊልጵስዩስ 4:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Tasaloniiqeetti iyyuu gargaarsa deddeebiftanii anaaf ergitaniittu*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Yeroo ani Tasaloniiqee turetti illee yommuu ani rakkadhetti isin yeroo tokkoo ol gargaarsa naaf ergitaniituutii. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዬሮ አን ተሰሎኒቄ ቱሬትሌ ዮሙ አን ረከዼት እስን ዬሮ ቶኮ ኦል ገርጋርሰ ናፍ ኤርግተኒቱቲ። Onani mutuwo |