ፊልጵስዩስ 3:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kanaanis ani kan Kristos ta'ee argameera. Egaa qajeelummaan koo isa seera eeguudhaan argamu utuu hin ta'in, isa Kristositti amanuudhaan argamuu dha; qajeelummaan kun Waaqayyo biraa in dhufa, amantii irras in dhaabata. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 kunis qajeelummaa mataa koo kan seera eeguun argamu utuu hin taʼin qajeelummaa Kiristoositti amanuun argamu jechuunis akka ani qajeelummaa Waaqa biraa amantiidhaan dhufu qabaadhee isa keessa jiraadhuuf. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኩንስ ቀጄሉማ መታኮ ከን ሴረ ኤጉን አርገሙ ኡቱ ህንተእን ቀጄሉማ ክርስቶስት አመኑን አርገሙ ጄቹንስ አከ አን ቀጄሉማ ዋቀ ብራ አመንቲዻን ዹፉ ቀባዼ እሰ ኬሰ ጅራዹፍ። Onani mutuwo |