ፊልጵስዩስ 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Seera sanaaf hinaafuu irraa kan ka'e waldaa amantootaa ari'achaan ture; qajeelummaan seericha eeguudhaan in argama utuu ta'ee, ani isatti mudaa hin qabun ture*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 waaʼee hinaaffaa, ani waldaa kiristaanaa ariʼachaan ture; waaʼee qajeelummaa seera eeguun argamuus ani mudaa hin qabu ture. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋኤ ህናፋ፣ አን ወልዳ ክርስታና አርአቻን ቱሬ፤ ዋኤ ቀጄሉማ ሴረ ኤጉን አርገሙስ አን ሙዳ ህንቀቡ ቱሬ። Onani mutuwo |