Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




ፊልጵስዩስ 3:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Obboloota ko, ani akka nama harka isaa keessa isa galfateetti of hin lakkaa'u. Haa ta'u iyyuu malee, waan tokko nan godha; wanta na booddeetti hafe yaaduu dhiisee, wanta na dura jirutti nan hiixadha*.

Onani mutuwo Koperani

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Yaa obboloota, ani akka waan harkatti isa galfadheetti hin ilaalu. Waan tokko garuu nan godha: Waan na duuba jiru irraanfadhee gara waan fuula koo dura jiruutti nan hiixadha;

Onani mutuwo Koperani

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ያ ኦቦሎተ፣ አን አከ ዋን ሀርከት እሰ ገልፈዼት ህንእላሉ። ዋን ቶኮ ገሩ ነንጎዸ፦ ዋን ነ ዱበ ጅሩ እራንፈዼ ገረ ዋን ፉለኮ ዱረ ጅሩት ነንሂጠዸ፤

Onani mutuwo Koperani




ፊልጵስዩስ 3:13

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa