ፊልጵስዩስ 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Inni gad of deebisee, hamma du'aatti, hamma fannifamee du'utti iyyuu abboomamaa ta'e*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Bifa namaa uffatee argamuudhaanis, gad of deebise; duʼaaf jechuunis duʼa fannoo irraatiif iyyuu ni ajajame! Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ብፈ ነማ ኡፈቴ አርገሙዻንስ፣ ገድ ኦፍ ዴብሴ፤ ዱኣፍ ጄቹንስ ዱአ ፈኖ እራቲፍዩ ንአጀጀሜ! Onani mutuwo |