ፊልጵስዩስ 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Inni ulfina sana gad dhiisee, akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate, waan hundumaanis nama ta'ee argame*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 qooda kanaa inni bifa garbaa uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godhe. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ቆደ ከና እን ብፈ ገርባ ኡፈቴ ፈካቲ ነማ ፉዸቹዻን ዱዋ ኦፍ ጎዼ። Onani mutuwo |