ፊልጵስዩስ 2:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni hunduma keessan yaadaa, waan isin dhukkubsachuu isaa dhageessaniifis garaan isaa dhiphachaa ture. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Inni hunda keessan yaadaatii; isin akka inni dhukkubsatee ture waan dhageessaniifis dhiphachaa jira. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 እን ሁንደኬሰን ያዳቲ፤ እስን አከ እን ዹኩብሰቴ ቱሬ ዋን ዸጌሰኒፍስ ዽጰቻ ጅረ። Onani mutuwo |