ፊልጵስዩስ 1:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Deebi'ee dhufee yommuu ani isin biratti argamu, isin karaa Kristos Yesus anaan of jajuudhaaf caalaa sababii in qabaattu*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Kunis ani ammas isin biratti argamuu kootiin of jajuun isin Kiristoos Yesuusitti qabdan sababii kootiin akka baayʼatuuf. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ኩንስ አን አመስ እስን ብረት አርገሙኮቲን ኦፍ ጀጁን እስን ክርስቶስ ዬሱስት ቀብደን ሰበቢኮቲን አከ ባይአቱፍ። Onani mutuwo |