Daaniʼel 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isaan gidduutti warra Yihudaa keessaa kan argaman Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaa turan. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaan kanneen keessaa warri Yihuudaadhaa dhufan Daaniʼel, Hanaaniyaa, Miishaaʼeelii fi Azaariyaa turan. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳን ከኔን ኬሳ ወር ይሁዳዻ ዹፈን ዳንኤል፣ ሀናንያ፣ ሚሻኤሊፊ አዛርያ ቱረን። Onani mutuwo |