Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




Daaniʼel 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Mootichi nyaata ofii nyaatu irraa daadhii waynii ofii dhugu irraa wanta isaan guyyaa guyyaatti argatan in mureef; isaan kun waggaa sadiif barsiisa kanaan erga guddifamanii booddee, fuula mootichaa duratti dhi'aatanii hojii irra dhaabamuuf turan.

Onani mutuwo Koperani

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Mootichis nyaataa fi daadhii wayinii kan guyyaa guyyaatti isaan barbaachisu maaddii mootummaa irraa isaaniif ajaje. Isaanis tajaajila mootichaa seenuuf waggaa sadii leenjifamuu qabu ture.

Onani mutuwo Koperani

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ሞትችስ ኛታፊ ዳዺ ወይኒ ከን ጉያ ጉያት እሳን በርባችሱ ማዲ ሞቱማራ እሳኒፍ አጀጄ። እሳንስ ተጃጅለ ሞትቻ ሴኑፍ ወጋ ሰዲ ሌንጅፈሙ ቀቡ ቱሬ።

Onani mutuwo Koperani




Daaniʼel 1:5

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa