Daaniʼel 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Mootichi yommus dargaggoota Israa'elii booji'aman warra sanyii moototaa fi gurguddootaa ta'an keessaa akka dhi'eessuuf, Ashfenaaz angafa hojjetoota isaa warra xu'aashii abboome*; Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Mootichis ergasii Ashfenaz itti gaafatamaa qondaaltota isaa sana waamee akka inni Israaʼeloota sanyii moototaatii fi maatii ulfina qabeeyyii taʼan tokko tokko ol galchu ajaje; Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሞትችስ ኤርገሲ አሽፌነዝ እት ጋፈተማ ቆንዳልቶተሳ ሰነ ዋሜ አከ እን እስራኤሎተ ሰኚ ሞቶታቲፊ ማቲ ኡልፍነ ቀቤዪ ተአን ቶኮ ቶኮ ኦል ገልቹ አጀጄ፤ Onani mutuwo |