Daaniʼel 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Kana irratti eegduun isaanii sun nyaata isaanii, daadhii waynii isaan dhuguuf turanis dhiisee, nyaata biqiltuu garaa garaa isaaniif in kenne. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Kanaafuu waardiyyaan sun qooda nyaata filatamaa fi daadhii wayinii kan isaan dhuguu qaban sanaa raafuu qofa isaaniif kenne. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከናፉ ዋርድያን ሱን ቆደ ኛተ ፍለተማፊ ዳዺ ወይኒ ከን እሳን ዹጉ ቀበን ሰና ራፉ ቆፈ እሳኒፍ ኬኔ። Onani mutuwo |