Daaniʼel 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kanaaf inni wanta isaan dubbatan kana dhaga'eefii, guyyaa kudhaniif isaan irratti in ilaale. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Innis yaada kana fudhatee bultii kudhan isaan qore. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ ያደ ከነ ፉዸቴ ቡልቲ ኩዸን እሳን ቆሬ። Onani mutuwo |