Daaniʼel 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 <<Mee wanta nyaannu biqiltuu garaa garaa, wanta dhugnus bishaan nuuf haa kennan; atis guyyaa kudhaniif nuyi garboota kee irratti ilaali! Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 “Maaloo tajaajiltoota kee bultii kudhaniif ilaali; biqiltuu nyaatamuu fi bishaan dhugamu malee waan biraa nuuf hin kennin. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 “ማሎ ተጃጅልቶተኬ ቡልቲ ኩዸኒፍ እላል፤ ብቅልቱ ኛተሙፊ ብሻን ዹገሙ መሌ ዋን ብራ ኑፍ ህንኬንን። Onani mutuwo |