Daaniʼel 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yehoyaaqiim mootiin biyya Yihudaa mo'ee waggaa sadaffaatti, Nebukadnezaar mootiin biyya Baabilon dhufee mandara Yerusaalem in marse. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Bara Yehooyaaqiim mooticha Yihuudaa keessa, waggaa sadaffaatti Nebukadnezar mootiin Baabilon dhufee Yerusaalemin marse. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 በረ ዬሆያቂም ሞትቸ ይሁዳ ኬሰ፣ ወጋ ሰደፋት ኔቡከድኔዘር ሞቲን ባብሎን ዹፌ ዬሩሳሌምን መርሴ። Onani mutuwo |