Amoos 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Inni,<<Waaqayyo tulluu Xiyoon irraa in qaqawweessa'a, Yerusaalem keessaas sagalee isaa in dhageessisa; kaloon warra tiksituu in goga, gubbee tulluu Qarmelos irraas margi in coollaga>> jedhee dubbate*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Innis akkana jedhe: “Waaqayyo Xiyoon keessaa iyya; Yerusaalem keessaa sagalee dhageessisa; dirreen tiksoonni itti bobbaasan ni goga; fiixeen gaara Qarmeloosis ni coollaga.” Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እንስ አከነ ጄዼ፦ “ዋቀዮ ጥዮን ኬሳ እየ፤ ዬሩሳሌም ኬሳ ሰገሌ ዸጌስሰ፤ ድሬን ትክሶትን እት ቦባሰን ንጎገ፤ ፊጤን ጋረ ቀርሜሎስስ ንጮለገ።” Onani mutuwo |