2 ተሰሎኒቄ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Isaan kun argaa gooftaa duraa, ulfina aangoo isaa duraas fageeffamanii badiisa bara baraatiin in adabamu*. Onani mutuwoHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Isaanis fuula Gooftaa duraa fi ulfina humna isaa irraa fageeffamanii badiisa bara baraatiin ni adabamu; Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እሳንስ ፉለ ጎፍታ ዱራፊ ኡልፍነ ሁምነሳራ ፈጌፈመኒ በዲሰ በረ በራቲን ንአደበሙ፤ Onani mutuwo |