Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




ፊልጵስዩስ 3:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 kunis qajeelummaa mataa koo kan seera eeguun argamu utuu hin taʼin qajeelummaa Kiristoositti amanuun argamu jechuunis akka ani qajeelummaa Waaqa biraa amantiidhaan dhufu qabaadhee isa keessa jiraadhuuf.

Onani mutuwo Koperani

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Kanaanis ani kan Kristos ta'ee argameera. Egaa qajeelummaan koo isa seera eeguudhaan argamu utuu hin ta'in, isa Kristositti amanuudhaan argamuu dha; qajeelummaan kun Waaqayyo biraa in dhufa, amantii irras in dhaabata.

Onani mutuwo Koperani

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ኩንስ ቀጄሉማ መታኮ ከን ሴረ ኤጉን አርገሙ ኡቱ ህንተእን ቀጄሉማ ክርስቶስት አመኑን አርገሙ ጄቹንስ አከ አን ቀጄሉማ ዋቀ ብራ አመንቲዻን ዹፉ ቀባዼ እሰ ኬሰ ጅራዹፍ።

Onani mutuwo Koperani




ፊልጵስዩስ 3:9

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa