Baibulo la pa intaneti

- Zotsatsa -




ፊልጵስዩስ 3:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 waaʼee hinaaffaa, ani waldaa kiristaanaa ariʼachaan ture; waaʼee qajeelummaa seera eeguun argamuus ani mudaa hin qabu ture.

Onani mutuwo Koperani

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Seera sanaaf hinaafuu irraa kan ka'e waldaa amantootaa ari'achaan ture; qajeelummaan seericha eeguudhaan in argama utuu ta'ee, ani isatti mudaa hin qabun ture*.

Onani mutuwo Koperani

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ዋኤ ህናፋ፣ አን ወልዳ ክርስታና አርአቻን ቱሬ፤ ዋኤ ቀጄሉማ ሴረ ኤጉን አርገሙስ አን ሙዳ ህንቀቡ ቱሬ።

Onani mutuwo Koperani




ፊልጵስዩስ 3:6

Titsatireni:

Zotsatsa


Zotsatsa