ፊልጵስዩስ 2:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ani utuu aarsaa fi tajaajila amantii keessanii irratti akka dhibaayyuutti dhangalaafamee iyyuu nan gammada; hunda keessan wajjinis nan gammada. Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Dhiigni koo amantii keessan isa aarsaa qalmaa ta'ee dhi'aatu irratti akka dhibaayuutti yoo lolaafame iyyuu, ani nan gammada, gammachuu koos isinii wajjin nan hirmaadha*. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አን ኡቱ ኣርሳፊ ተጃጅለ አመንቲኬሰኒረት አከ ዽባዩት ዸንገላፈሜዩ ነንገመደ፤ ሁንደኬሰን ወጅንስ ነንገመደ። Onani mutuwo |