ፊልጵስዩስ 1:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Warri yaada gaariidhaan lallaban kunneen, akka ani wangeelaaf falmuuf jedhee as kaaʼame beekanii jaalalaan lallabu. Onani mutuwoMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Warri jaalala gaarii irraa kan ka'e kana godhan wangeelaaf akkan falmuuf as kaa'amuu koo in beeku. Onani mutuwoክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ወር ያደ ጋሪዻን ለለበን ኩኔን፣ አከ አን ወንጌላፍ ፈልሙፍ ጄዼ አስ ካአሜ ቤከኒ ጃለላን ለለቡ። Onani mutuwo |