Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -

Faaru 150 - KITAABA WAAQA

1 AABBO Waaqa faarsa! Mana isaa qulqullo keesati isa faarsa! Gubbaa, fulla jabeenni isaa jiruti isa faarsa!

2 Maro waan jabdu inni tolcheetifi isa faarsa. Guddinna isaa ka muumme inqamneefi isa faarsa.

3 Magalata d'aa, isa faarsa. Kiraariifi miha sirba d'ibiini isa faarsa.

4 Dibbe d'aa, sirba, isa faarsa kiraariifi fulludo d'aa, isa faarsa.

5 Bilbila d'aa isa faarsa. Bilbila guddisa d'aa, isa faarsa.

6 Wonti lubbu qabaa ch'ufti AABBO Waaqa faarsa! AABBO Waaqa faarsa!

Borana Bible © Bible Society of Kenya, 2019.

Bible Society of Kenya
ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:



ကြော်ငြာတွေ