Wongeela Yohaannis 3:3 - WAADAA LAMMATAA3 Yesuusillee deebisee, «Dhugama dhuga'aatiin siin jedha, namni lammaffaa deebi'ee yoo dhalate malee, jeennata Rabbii galuu hin danda'u» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Yesus'llee, «Dhugaa siin jedha, naminni deebi'ee yoo dhalate malee Mootummaa Waaqaa argu'uuf hin dandda'u» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Yesuus deebisee, «Dhugama dhuga'aatiin siin jedha namni yoo lammeessoo deebi'ee dhalate malee jeennata Rabbii galuu hin danda'u» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Du'oota keessaa ka'uu Yesuus Kiristoosiitiin abdii jiraata'aa fi hin baanne ka ristii hin darbine xurii hin qabneef akka guddinna dhiifamsa isaatiin Rabbi lammaffaa nu uumate Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu. Ristiin kunillee isin worra bara dhumaa worra fayyinna hunna amantaa Rabbii eeggattaniif samii isinii taa'a.