Wongeela Maatewos 8:2 - WAADAA LAMMATAA2 Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeeta» jedha'aa sagadeef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Yeroo kanatti namichi waashaye tokko dhufee sagadeefiiti, «Yaa Gooftaa! Yoo eeyyamtte ana fayyisu'uuf ni danddeetta» jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedha'aa sagadeef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |