Wongeela Maatewos 7:4 - WAADAA LAMMATAA4 Uduu utubaan ija tee keessa jiru, attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Akkuma kana ija kee keessa gudeelchi uduu jiru, obboleessa keetiin, ‹mee huuba ija kee keessa jiru siif haa baasuu!› attamitti jettaan? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Uduu utubaan ija tee keessa jiru attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waan guddaa ija kee keessa jiru uduu hin argine obboleessa keetiin attamitti, ‹Obboleessa kiyya, huura ija kee keessa jiru si baasaa naa eeyyami› jechuu dandeettaa? Ati ka fakkeessitu duraan dursii waan guddaa ija kee keessa jiru baasi, achiin maayessa huura ija obboleessa kee keessa jiru baasu'uuf midhaassitee argita.