Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Maatewos 7:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Huuba ija obboleessa keetii keessa jiru maaf laalta! utubaa ija tee keessa jiru maaf arguu dadhabde?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Gudeelcha ija kee keessa jiru uduu hin argin, waayee maali'iitiif huuba ija obboleessa keetii keessa jiru laaltta?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Huuba ija obboleessa keetii keessa jiru maaf laalta! utubaa ija tee keessa jiru maaf arguu dadhabde?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Maatewos 7:3
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Uduu utubaan ija tee keessa jiru, attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan?


Ati nama fakkeessaa'a! duraan dursii utubaa ija tee keessa jiru baasi. Achiin maayessa huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, midhaassitee arguu dandeetta.


Fariisichi ka'ee dhaabatee waan yaada garaa ufii akkana jedhee faateffate. ‹Rabbii kiyya, ani akka namoota kaawwanii akka worra saamtotaa, hamootaa, worra seebaru, yookaan akka namicha qaraxa guuruu kana waan hin taaneef si galateeffadha.


Kanaafuu ati namni nama biraatitti murteessitu maruu waan itti sababatu hin qabdu. Ka biraa irratti wonta murteesitu sanniin uf irrattillee waan murtessituuf ati murteessaan woma san waan gootuuf.


Obboleeyyan tiyya! Namni balleessaa kamiinuu hojjatee yoo argame, isin worri ka Ayyaanaa taatan isin nama akkanaa kana Ayyaana gara laafumma'aatiin qajeelchaa'a. Atillee akkasuma akka hin qoratamne uf eegi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ