Wongeela Maatewos 6:3 - WAADAA LAMMATAA3-4 Ati ammoo hennaa arjoomtu, arjummaan kee dhossa'aan akka ta'u, waan harki kee ka mirgaa hojjatu harki kee ka bita'aa hin beekin! Abbaan kee ka waan dhossa'aan godhame argu jasaa kee ifaan sii deebisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Ati garuu kennaa arjjoomaa yeroo arjjoomttutti, waan harki kee ka mirgaa raawwatu, harki kee ka bita'aa hin beekin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3-4 Ati ammo hennaa arjoomtu arjummaan kee dhossa'aan akka ta'u, waan harki kee ka mirgaa hojjatu harki kee ka bita'aa hin beekin! Abbaan kee ka waan dhossa'aan godhame argu jasaa kee ifaan sii deebisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |