Wongeela Maatewos 22:4 - WAADAA LAMMATAA4 Deebi'ee hojjattoota biraa erge; ‹Worra waamamaniin: Kunoo, cidha kiyya ka fuudhaa fi heerumaa qopheesseera, kormaa fi horiin coomnillee qalameera. Maruu qophaayeera gara cidha fuudhaa fi heerumaa koottaa jedha'aatii itti himaa'a› jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 «Nugusichi'llee tajaajilttoota bira'aa deebi'ee akkana jechu'uun isaan ni erge, ‹gara namoota waamamanii deema'aatii, kunoo qophii cidha kiyyaa qopheessee jira, sangoonni tiyyaa fi dardarran kiyya ka cooman'llee qalamanii jiran, wonitti marrinuu qophaayee jira, gara afeerrii cidhichaa koottaa!› jedha'aatii isaanitti himaa.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Deebi'ee hojjattoota biraa erge; ‹Worra waamamaniin, «Kunoo, cidha kiyya ka fuudhaa fi heerumaa qopheesseera; kormaa fi horiin coomnillee qalameera; maruu qophaayeeraa gara cidha fuudhaa fi heerumaa koottaa› jedha'aa itti himaa'a» jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |