Wongeela Maatewos 19:4 - WAADAA LAMMATAA4 Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba, ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Waaqinni jalqaba dhiiraa fi dubarttii taasisee akka isaan uume, isin hin dubbifinne moo? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Yesuus deebisee, «Hennaa Daawitii fi worri isa woliin jiran beelayanii rakkatan, waan Daawiti godhe horoma argitanii hin dubbifnee? Hennaa Abiyaataar bulchaa gadootaa ta'ee ture, Daawiti gara mana Rabbii seenee, xoroshoo Rabbiif woyyoomte ka seerri gadoota calla'aaf kennu ufii nyaatee, worra isa woliin jiraniillee kenne» jedhe.
Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, «Daawiti hennaa beelaye inni namoota isa woliin jiran woliin, gara mana Rabbii akkuma seeneen gadoota malee ka namoonni biraa nyaatuun isaanii hin malle xoroshoo ciinca'aa fuudhee akka nyaate worra isa woliin jiraniillee akkasuma akka kenneef hin dubbifne?» jedhe.